๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ

๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ

๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ

jechoota beektotaa
โœฐ โ€œMoโ€™attoonni waan adda taโ€™e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda taโ€™een hojjetu.โ€Shiiv keeraa.
โœฐ โ€œNamni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.โ€M. Gaandii.
โœฐ โ€œDukkanni dukkana hin ibsu ; ifaatu dukkana ibsa.
โœฐ โ€œHaala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu taโ€™uu qaba hin jedhin.โ€
ย ย ย ย ย  Maartiin Luuter Kiingi.

โœฐ โ€œAddunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee harโ€™a sanyii facaasuu hin dhiisu.โ€
ย ย ย ย ย ย  Maartiin Luuter Kiingi.
โœฐ โ€œNamni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.โ€
ย ย ย ย ย ย ย  Riichaard Niiksoon.
โœฐ “Of wallaaluun of awwaaluudha”
ย ย ย ย ย ย ย  Miratuu Shaanqooo.
โœฐ “Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta’eef”
ย ย ย ย ย ย ย  Abdii Taammanee.
โœฐ โ€œNamni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.โ€
ย ย ย ย ย ย ย  Albeert Inistaayin.
โœฐ โ€œNagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.โ€
ย ย ย ย ย ย ย  Albeert Inistaayin.

๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ

โœฐ โ€œSababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu dandaโ€™e.โ€
ย ย ย ย ย ย ย  Iyezak Niiwtan.
โœฐ “Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu”
ย ย ย ย ย ย ย  Miratuu Shaanqoo.
โœฐ โ€œHiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du’uun garuu dogoggora keeti.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Biil Geet.
โœฐ “Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu”
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Abdii Taammanee.
โœฐ โ€œKaraa milkaaโ€™inatti geessu hin beeku yoon taโ€™ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhamaโ€™uudha.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย  Biil Koosbiil
โœฐ โ€œKun hundumtuu taโ€™ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Haannaa Firaank.

โœฐย  โ€œMaqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Joon F Keenedii.
โœฐ โ€œAddunyaa kana irraa wanti baayโ€™ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mulโ€™ata dhabuudha.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Heelen Kiiler.
โœฐ” Waaqatu na muude, isatu na buusa”
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Roobart Mugaabee.
โœฐ โ€œHiyyumnis taโ€™e sooromni buโ€™aa ilaalcha keenyaati.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Naappooliyoon Hiil.
โœฐ โ€œCarraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.โ€
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Toomaas Jeefersen.
โœฐ โ€œKaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.โ€Miratuuย  Shanqoo
Galatoomaa! Kanan dubbisee irraa.www.murade-commerce.com

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.

Scroll to Top