๐๐ฒ๐ฐ๐ต๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐ธ๐๐ผ๐๐ฎ๐ฎ

jechoota beektotaa
โฐ โMoโattoonni waan adda taโe hojjetu miti waanuma jiru karaa adda taโeen hojjetu.โShiiv keeraa.
โฐ โNamni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.โM. Gaandii.
โฐ โDukkanni dukkana hin ibsu ; ifaatu dukkana ibsa.
โฐ โHaala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu taโuu qaba hin jedhin.โ
ย ย ย ย ย Maartiin Luuter Kiingi.
โฐ โAddunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee harโa sanyii facaasuu hin dhiisu.โ
ย ย ย ย ย ย Maartiin Luuter Kiingi.
โฐ โNamni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.โ
ย ย ย ย ย ย ย Riichaard Niiksoon.
โฐ “Of wallaaluun of awwaaluudha”
ย ย ย ย ย ย ย Miratuu Shaanqooo.
โฐ “Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta’eef”
ย ย ย ย ย ย ย Abdii Taammanee.
โฐ โNamni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.โ
ย ย ย ย ย ย ย Albeert Inistaayin.
โฐ โNagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.โ
ย ย ย ย ย ย ย Albeert Inistaayin.

โฐ โSababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu dandaโe.โ
ย ย ย ย ย ย ย Iyezak Niiwtan.
โฐ “Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu”
ย ย ย ย ย ย ย Miratuu Shaanqoo.
โฐ โHiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du’uun garuu dogoggora keeti.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย Biil Geet.
โฐ “Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu”
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Abdii Taammanee.
โฐ โKaraa milkaaโinatti geessu hin beeku yoon taโellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhamaโuudha.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย Biil Koosbiil
โฐ โKun hundumtuu taโullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Haannaa Firaank.
โฐย โMaqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Joon F Keenedii.
โฐ โAddunyaa kana irraa wanti baayโee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mulโata dhabuudha.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Heelen Kiiler.
โฐ” Waaqatu na muude, isatu na buusa”
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Roobart Mugaabee.
โฐ โHiyyumnis taโe sooromni buโaa ilaalcha keenyaati.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Naappooliyoon Hiil.
โฐ โCarraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.โ
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย Toomaas Jeefersen.
โฐ โKaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.โMiratuuย Shanqoo
Galatoomaa! Kanan dubbisee irraa.www.murade-commerce.com
