𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮

Consultancy

jechoota beektotaa✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”Shiiv keeraa.✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”M. Gaandii.✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu ; ifaatu dukkana ibsa. ✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”      Maartiin Luuter Kiingi. ✰ […]